Study The Tawarruq Practices In The Participation Banks In Turkey

   Adem Aman SHIBU, Istanbul Sabahattin Zaim University Email: shibu.adema@std.izu.edu.tr Introduction: The Quran and the Sunnah are the primary sources of reference that followed by ijma and Qiyas (Analogy) to directing upon the permissibility or prohibitability of any actions of day to day activities. Allah (saw) ordained what is halal or haram by his almighty…

Abjuu bara beelaa biddeena biddeena…

Barri kun bar-garii fi bar-hamaa tahee jiraa yaa ijoollee. Badummaa isaa balaaleefanna moo garummaa isaa raajeffannaa!? Ani murtii isinumaaf dhiisee. Garuu bar-yaraa fi yartuu nurraa gabaabsi, gaarii fi dansaadhatti nuun dafii yoo jennee kan waliif nu galchuu nattii fakkataa. Horaa bulaa deebanaa bakkuma jirtanti! !!!

Interest Free Banking irratti gaaffilee Bu’uuraa…

Akkam nageenyi keessan badhaadhaa obboleewwan koo hordoftoonni fuula FB, koo… Hardha yaada marii tokko kaasudhaaf dirqame. Innis waa’ee eeyyama hojii “Bankii Islama or Interest Free Banking” wajjiin kan walitti hidhateedha. Akkuma beekamu yaada kana wajjiin walqabatee yaadonni garaa garaa media idilee fi social media dabalatee yeroo marsaalee adda adda irraatti bifa garaa garaatin karaa sirrii…

Oda Research & Development Association (ORDA)

Oda Research & Development Association (ORDA), http://www.ordaa.org is established in Istanbul/Turkey by Ethiopian community living in Turkey a year ago. As a result, ORDA inauguration ceremeony is accomplished 27 April, 2019 at Istanbul Sabahattin Zaim University. Prominent Journalist and Activist Mohammed Ademo attaineded the program.

Imala Baalonaan

Namchatu hiriyaa isaa tokko waada seena. Waada guutuuf baaloon yaabbatte karaa erga bu’ee booda kallatti jalaa bada. Saatii dheeraa booda gara lafaa gadi dhiyaate yoo jedhu nama saaykilii deemutti dhufa. A. “Dhiifama, ani karaa badee jira, amma eessaa jira naaf himuu dandeessaan? ” B. Qalcha saykilii irraa deebii; “Baaloon keessa jirtu, lafarra oli 15m fageenya,…

Dr Abiy Ahmed

He was born in Oromia region Jimma province Agaro district bashasha village in 1976GC. Like his friends he growth by playing football game & participated in others activities all children did when he was child. But Dr Abiy was different from his friends in his different activities like school & some features. He was study…

Carraaqan Hojjachuu

Carraa ayyaana guyyaa 40 qabaatuu irraa, carraaqan guyyaa 40 hojjachutu caala. MM Dr Abiy Ahmed

Mucaa Qaroo

Akkuma mammaaksan mucaa qaroon tan kennamteef fudhatee tan hafteef booya jedhamu hojii amma jalqabe fi tokkumma argame cimee itti fufu qaba. Osoma hattuun hannaaf mala haarawaa maltu itti muddaa tooftaa fi tarsiimoon hoogganamun hattoota fi kontirobandistoota hojiin ala gochuun amma. Ajeechaan Gaggeessa fi maamiltoota hojjatoota Dangote irraatti dhiyeenya kana raawwatame fi ariisaan saba Amaaraa muraasa…